(Jawar Mohammed) #OromoProtests Minilik Hospital just released Abdata Olansa’s body to his family. His body is now being taken to Ambo. Funeral service will be tomorrow. Tens of thousands are expected to attend. Abdata Olansa was tortured to death while in prison.
Reeffi Abdataa Olaansaa reefu Hospitaala Minilik irraa gadi lakkifame. Amma gara Ambootti geeffamaa jira. Sirni awwaalchaa boru ta’a. Abdataan ganna darbe hidhamee dhihoo kana ammoo reebicha hamaa mana hidhaa keessatti irra geeffameen hospitaal seenee achitti jala dhaqanii du’uun isaa kaleessa gabaafamee ture