#OromoProtests “Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Sibuu Siree Ganda Gabaa Sanbataa Magaalaa Cingii bakka jedhamuutti kaleessa barattootni mana barumsaa cingii sadarkaa lammaffaa hiriira ba’uun mormii isaanii dhageessisaa osoo jiranii Finfinnee irraa “Salam Bas” n tokko karaatti yeroo itti dhufu foddaa isaa dhakaadhaan hojiin ala taasisaniiru, Aanuma kana keessaa Ganda Baabboo Kuwee bakka jedhamutti barattootni mana barumsaa hanga kutaa saddetii jiran hiriira ba’uun dhaadannoo isaanii dhageessisaa oolanii waajjira gandaa keessa doseewwan jiru hunda gadi baasuun gubaa oolaniiru.”
#OromoProtets “Barsiisota mana barnoota sadarkaa 2ffaa Buusaa Aanaa Daawoo,kibba lixa shawaa irraa hidhamanii daraara hamaan irraa gahaa jiru:1,Jabeessa Tufa,2,Dabalii Oljirraa,3,Abdallaa Kadir,4,Darajjee(Ifabas) Alamayyo,5,Ida’oo Qaabatoo,6,Qalbeessaa.
Durbee Chuuchuu Baacaa kan dillaa university dillaa irraa ebbifamtee kan Waajiraa Faayinansii keessatti shaayi daffisuun jiraatu illee hidhaanii daraaraa akka jiran”
#OromoProtests last night a security official went to girls dormitory at Jimma University Main Campus and began to sexually assault a 3rd year student ( name withheld for privacy). She bit him in self-defense preventing him from raping her. She is now in jail facing charges of terrorism. She is held alone in an office building which exposes her to revenge attack.