Oromo Full Gospel Church located at CMC area of Finfinne was burned down

0
393

OromoProtests This past Sunday evening, the Oromo Full Gospel Church located at CMC area of Finfinne was burned down. members suspected foul play as the church has been accused of promoting “OLF spirit”. Within two days, Oromo youth in city and the areas came together and currenting rebuilding the Church.

==========

Dilbata darbe Waldaana Kiristaanaa Oromo kan Finfinnee naannoo CMC argamu gubatee ture. Waldaan kun Afaan Oromootin waan tajaajiluuf ilaacha ABO babaldhisa jedhamuu waan ololli itti oofamaaa tureef, warra shiraatitu gube shakkin jedhu jira. Guyyaa har’a dargaggoonni Oromoo magaalatti walitti dhufuun waldaa kana deebisanii jaaraa jiru. Oromoon Finfinneef naannawa ishee jirtan hundi waan dandeessaniin gargaaruun waldaa kana kan durii caalaatti guddiftanii jaaruun shira diinaa kana qaanessuun barbaachisaadha.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here