Yaamichaa Murteef: Ijoolee Magaala Qarsaatiif, Harargee bahaa

0
2313
Yaamichaa Murteef /Call for Action

“Harargee bahaa magaala Qarsaa lafa raaree tan qotee bulaan kumaa tamatti lakkaa wamu ganama horii irratti gadi bobaasu ani karameetriin hangana ja’ee hinbeekuu yooxiqaate lafa sana haxurasaatiin naanawuun miilaan daqiiqaa 40 olnamatti nifudhata garuu kan nama ajaa’ibu wanti OPDO ja’aniintun Abaa qabeenyaa tigree tokkof kananii inniis kuduraa irratti oomishee ganamaafi galgala makiinaa fi’ee magaala diree dhawaatti gurgurataatiin jira yeroo ammaatana dhiheenya kana haajaaf akkumaan achi dhaqettiin arge qotee bulaa achi jiru gagaafadhe duraan horii ganda kanaa hundi irratti bobahan achirra dheedan amahoo janaan horiin bakka dheedu hinqabu horiisanuu ofirraa gurgurre qoonqoosaa dadhabnee amma horii 2 qofaan qaba naan ja’e.duuba isin gaafa lafa kana fakaatu raaree tana kennan maaf califtaniin ja’een gaafadhe? yaaboo biyyti tanuma nama horii qabuuti namtichi tokkichaan san ganda ati agartu kana hunda kadubatee nyam nyam ja’e hidhatti guureeti ture wahuma goonu dhabneeti rabitti olkanine naan ja’e garuu lafti teenyaa kan hattuu iraabite ifiifuu hattuudhaa boru deebinee irrumaa fudhana tana shakii hinqabaatin naan ja’e anaa hedduu aaree akka waan rifatuutahe kana deebi’ee jaarsisan ana jajabeyse.hedduu hedduu haali kuni nama gadisiisa mee warra magaalaa qarsaasan qunnami lafa sana suuraa saatillee siif erguu nidandayanii.”

I joolee Qarsaa ni dubistuu mii, waan gottaan isinittii hin himu! Isiinuu ni bektuu!

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here