Breaking News Jaarmayaaleen Oromoo walii galan Caamsaa 1, 2016

0
447

Jaarmayaaleen Oromoo walii galan Caamsaa 1, 2016

“ODF”, “ABO”, “United ABO” fi “KWO” hara  waalii galannii jiran. Torbee lamaa kessattii kooreen dhabattee xumura godhee akka hala tokkoon gadhii ba’aan murtessanni jiru. Kun qabsoo Oromottif waan gudadhaa.

Mangudonnii ji’aa shannii oli wanta kana irrattii hojjettaan galata guda qaban! Waan gadi ba’aaniin turbee lamaan dhuftuu keessattii ni bara.

Fedhiin Oromo bekammadhaa: Dhabaa lama qabachuu, ABO fi OFC! Saaniin ala waan barbannu hin jiru.

Jaarmayaaleen siyaasaa Oromoo waliigaltee irra gayuun waan nama gammachiisa. Waliigalteen kun cimee hojitti akka hiikkamuuf deeggarsaafi dhiibbaa nu hundaati barbaachisa.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here