Adem Misoma
Hoggantoonni Wayyaanee TPLF miseensota koree jidugalaa walgahii ariifachiisaadhaaf Maqaleetti waamamuu gabaasan.nu dhaqabe tokko Akka maddeen jedhanitti walgahiin kun Ebla 12,2017 hanga 14,2017tti deemsisama.
Ajandaan marii isaanii wal falmii gidduu isaanitti uumamuun addaan isaan qoqqoodee ture furachuuf akka tahetu himama. Gareen Sebaat Naggaan hoogganamuu fi gareen Abbay Walduu Samooraafaa dabalatu walgidduutti rakkoo qabaachuun ibsameera.