Ethiopian become lawless country, Oromia audit office reported billions of corruption every year, no one will bring Tigray corrupt companies to justice. This year more than 2.7 billion lost in corruption from Oromia. The money went to Tigray companies.
Maallaqni odatarri bakka bu’e dhabe sun Agaaziif boorsaan kenname isin jennee turree mitii? Kunoo oduun miidiyaan mootummaa gadi lakkise jeneraalonni METEC maallaqa daandii baadiyyaatiif ramadame birri biliyoona 1.2 fuudhanii bakki buusan hin beekamu jedha.
OPDOn bifa kanaan maallaqa ummataa saamsiftee galiin na hanqate jechuun daldalaa hiyyeessarratti gibira humnaa olii feeti.
“በኦሮሚያ የገጠር መንገድ ተደራሽነት ግንባታን ለማፋጠን በ2004 እና በ2005 ዓ.ም ከብረታ ብረትና ኢንጂነሪንግ ኮርፖሬሽን በ1 ነጥብ 2 ቢሊየን ብር ግዥ የተፈፀመባቸው ተሽከርካሪዎችና የተለያዩ ማሽነሪዎች ለወረዳዎች ስለመድረሳቸው የሚያረጋግጥ ሰነድ እንዳልተገኘም የኦዲት ሪፖርቱ አመልክቷል ”