Sagantaawwan Gara Garaa Ji’a Fulbaanaa
=================================
Fulbaana 10~Siidaatu Eebbifama
Fulbaana 11~Fiigicha Irreechaa
Fulbaana 21~Irreechaa Fashion and Poetry
Fulbaana 22~Sagantaa Fayyisaa Leellisaa
Fulbaana 23~Koonsartii Irreechaa
Fulbaana 24~Irreecha Hora Finfinnee
Fulbaana 25~Irreecha Hora Har-sadee(Bishooftuu)
Just for you info, the Irreecha that was disconnected 130 years ago after Minilik invesion returned to its original site. Congrat!! to all!! Happy Erreecha, thank you for my generation!
Dhugaa Rabbii Injinar Taakkalaa Umaa nama dinqisiifamuu qabu dha.yeroo gabaabaa gidduutti iddoo Irreechi Hora Finfinnee itti irreeffatamu halkanii guyyaa hojjechuun bifa suuraa irratti agartanu kanaan miidhagee akka xumuramu gochuu keessaniif baayyee baayyee galatoomaa isiniin jenna.Kana malee wantin Injinar Taakkalaa baayyee galateeffadheef iddoon Irreeffannaa kun Pilaanii Magaalattii keessa seenee seeraan akka kabajamee bara baraan jiraatu taassisuu isaatiini.Kun Murtee seenaan bara baraan hin daganne dha.Teessoo koo irraa ol kahee dhaabbadheen gammachuun guddaan harka walitti siif rukutee galata kee ibsadhe Taakkee koo ulfaadhu