Gumiin Abbootii Gadaa Oromiyaa dhimma walitti bu’iinsa ABO fi Mootummaa Jidduu jiru irratti mari’achuuf Waltajjii marii Amajji 14, 2011 qopheessuun isaa ni yaadatama. Marii kanarrattis Hayyu-Dureen ABO Obbo Daawud Ibsaa Waraana Bilisummaa Oromoo ajaja isaanii jala jiru Gumii Abbootii...
https://youtu.be/4Gi4JUNYDCg

HOT NEWS